ebook img

Seenaa Gootota Oromoo fi kaan PDF

191 Pages·2011·16.339 MB·Oromo
Save to my drive
Quick download
Download
Most books are stored in the elastic cloud where traffic is expensive. For this reason, we have a limit on daily download.

Preview Seenaa Gootota Oromoo fi kaan

Seenaa Gootota Oromoo fi Kaan Maxxansa fooyya'aa 4rraa; Seenaa Dabalataa Waliin Shallamaa Kabbee Jimaa Kallachaa Waa'ee barreessichaa Salaale, aanaa Warra Jaarsotti ganda Hoosee keessatti dhalatee guddate. Barnoota sadarkaa tokkoffaa Fiichee Abiyoot Firee, Qacammee fi ©Shallamaa Kabbee Jimaa, 2011. Hoosetti barate. Kan sadarkaa 2ffaa ammoo Qarree Go'aa, Fiichee fi . Kuyyuutti hordofee xumure. Digrii jalqabaa afaan lngilizii fi ©Mirgi abbummaa kan eegame! Ogbarruun Yunvarsitii Finfinneetii yoo ebbifamu, digrii 2ffaa isaa Ogbarruu afaan Ingiliziin fudhateera. Barnoota xumuree hojii akka jalqabeen koolleejjii keessatti afaan Maxxansa 1 2007. ffaa, · Ingilizii fi afaan Oromoo barsiisaa ture. Mana barnoota sadarkaa lammaffaa keessattis afaan Ingilizii barsiisun duuka buutota ciccimoo Maxxansa 2009 (kan fooyya'e). i11aa, hedduu egere addunyaa jijjiiruu danda'an horateera.Gaazexeessaa fi ogeessa koomuniikeeshinii ta'ees biyyi waan fakkaattu qalbiin suuraa Maxxan/s a 3ffa·1, 2009. kaafateera. Ammas gaazexeessummaa fi barreessummaan biyya isaa tajaajilaa jira. Maxxansa 41fa3, 20 l l urra deebiin kan fooyya'e) Gumaacha barreessichaa; 'English in Use; Volume 1-3 ', Caas-luga Afaan Oromoo, 'Afaan Oromo Linguistics', 'English for. Communications', 'Writing Skills in Afaan Oromoo', 'Business Bilbila; +251911763959 English', akkasumas Seenaa Gootota Oromoo fi Kaani fi dhiyeenyammoo 'Oromo Nationalism' gabaarra oolchera. facebook; sheleme k jima email; [email protected] Finfinnee, Itophiyaa. 1 I Baafata Galata Qabiyyee Fuula Wareegamtootaa fi sabboontota, qeerroo fi qarree maraaf 1.Birgaadeer Jeneraal Taaddasaa Birruu •········-·--·······-··-··········-· 7 2.Agarii TuUuu••·················-·················- ....••••..••••••..•••• __ •.. _ ..• z2 3.Sheeh Tolaa............... ••••....••••..•••.. • •....••••..••..••••..•••..•••••••• - ....•• 52 4.Dajjaazmaach Gabramaaryaam Gaarii Godaanaa••··-·••-,•····· .. • ..•...... 55 5. Fiitawraarii Haabtagiyoorgiis Diinagdee •..••••••..•••..••..•••••....•........•.... 57 6. F iitawraarii Gaha yyoo Gurmuu•-··············· .. ·····-··········-···· .. -·61 7. Abuna Pheexroos/Magarsaa Badhaasaa/ ..••....•....••••.•••••••••••..••••....• 67 8. Dajjaazmaach Baqqalaa Wayyaa ••......•..•••••••••••••........................•••....•••• 7 5 9. Koloneel Abdiisaa Aagaa ....•......•••....••....•..••......••......••....•..••..................•..•..• 77 10.Garbii Bultoo --------·-------- .. --- .... - •...........•.. -8 J 11.Fiitawraarii Dhugumaa Jaldeessoo- _ - ......................•..•.... - •...................... g4 12.Maammoo Mazammir ·--- .............••....•...... _ ..............•................................ - 88 13.Haylamaaryaam Gammadaa ............• - •............ - 96 14.Haj ii Adam Saaddoo - _ ......•........ - ......•........ - ..•..•..............•........ _ - ..• 102 15. Qanyaazmaach Bayyanaa Guddataa- ............••......••••........•..•....••........••........•........ 106 16. Koloneel Alamuu Qixxeessaa ......•..•.. - ........•..•....•..•......• _ ..........•................................• 109 17 .Balaay Zallaqaa Qilxuu(Abbaa Koostir) ....•......•.., ..•..................•.. I 15 18.Abbichuu Bayyanaa Qorichoo ..••..... •--- ..............•.................. 124 19. Sheek Abdulkariim Ibraahim Hamiid ....•.................. - ......•..•.... 145 20. Fiitawraarii Firrisaa Shuuramuu .... - ......•............ ~ ••..•...... ~ ........................................•...... 154 21. Jeneraal Huseen Bunee Daraaraa ....................................••....................•............................ J6l 22.Koloneel Galaan Urgeessaa --- __ ........• 173 23.Taayyee Tafarraa Gumaa ..••••.............. _ ..•• - •••.•.•••• J 79 21 I 3 24. Guddinaa T urnsaa •·················r························---•·········· 183 50.Nadhii Gammadaa-••-··-···-········---·-----·············•341 25. Baaroo Tumsaa••·-·-·----······--······-··-··.l····--····-·-190 51.Kumalaa Jaatanii Alii Tandhuu•-···-·•··--···-·-···········-·················•343 26.Oliiqaa Dingil Bookaa; goota baddaa Sayyoo-•····-·····--··-·-·······197 52, Badhoo Dachaasaa-c--c-e-e- •• -----··---·----········-·····-------347 27. Elemoo Qilxuu •··-.---------·---·-----·····--····-·····-·······--··• 204 · 53.Aslii Oro1noo••····-····--·· ..• -~.-·-·-----····-··············-··········--• • 3s4 28. Kabbadaa Buzunash ---------,··--···--·-·---207 54. Wa rqituu, mootii Walloo•-·----··--·-------·-----····--···-·-·····-··-··-·• 357 29. Ahmad Taqii Sheek Mohaammad Rashiid •··················---·····216 55. Abbaa Jifaar•-····--··--···-·-:··---··-•···-··-·····~-·--·---··-·---·····•359 56. Mahaammad Alii fi Iyyaasuu---········--~-----·······-··--··-·····---361 30. Jeneraal Waaqoo Guutuu•··-······-············-----············~····· 220 > 57·. Warra Lecqaa-••···--·····-······------·-··-·.--·-·············-··········--···366 31.Haylcc Fidaa Kumaa: abbaa qubee •········ .. ··•·•·········---· •••••••••• 234 58.Zawdce Jaankaa, Alamuu fi Haaylamaaryaam Maammoo-·-·····-···-·-···369 3 2. Tasfaayee Dinqaa Y aaddessaa~··················--···---···•··········•242 33. M ohaammad Zaaki r Mccyraa•········~·······················-·-········• 24 5 Wabiilee 34. Dajj aazmaa ch Baa lchaa Saafoo••·················---··················• 250 3 5. G arasuu Dhukii ••··,---············································-'- ••... 25 3 36. Leenj isoo Diigaa •··············································--- •••.•••.•.• 25 5 3 7. Bakar W aarce••···············································----······ 261 38. A biishcc Garbaa •·····················································---· 2 6 7 39. Baqqalaa Mokonnon•·······················································: •••• 270 40. Ko loneel A liyyi i Cirri i•······························---············.: •• 2 7 4 41. Kolonecl Hyiluu Rggaasaa•····················································•282 4' 2. Goobanaa Daaccce••································--··························· 288 43. Fi ta wraa ri i M uluu Ha sanuu•····~··············································· 309 44. Dooluu Jiloo···········---• ••.••••••••••••..•••••••••••••••••••••••••••.••.• 315 .\ 45.X II laa Du ubee·················------·························-·····-··········· 3 22 I 46. Badhaadha Di lgaasaa•··················-·-··-········-·····················•· 3 26 4 7. Guutamaa Hawaas•·-··········•·····················-·-····--··-·-···-------3 3 2 48. Laggasaa W agii ·•-·····························--···-··-···-·-----·-····· 3 3 S 4 9. Magarsaa Barii·································-···········-···-····--···~ 3 3 S SI 41 Seensa 1. Birgaadeer Jeneraal Taaddasaa Birruu Ummanni Oromoo ununata seenaa guddaa qabu ta 'ec osoo jiruu, seenan isaa kaanin xiqqccffamec nutti himamaa guddannccrra. Kun ammoo nutis irratti hojjcchaa akka hin turre kan muul 'isu. Hojjennus awwaallarnaa ture. Kan ormaa dhiisncc, ofiifuu cimina ummata keenyaa baasuf barreessinee kaa'uf" ";1111i hojjenne ammallee reefu kichuudha. Oromoon biyya ijaaruu keessattis I aanan shoorri inni tabate jabaadha. Qoodni abbaa biyyummaa isaas ccnyumaa gadi kan isa taasisuu miti. Ummata keessummaa ykn darabduus miti. Biyyaaf warccgamuu irrattis taanan adda durccdha. Galata hin qabu malee. Oromoon qabsoo ofiin of bulchuu gurguddoo gaggccssera. Qabsichi simoota bittaa toora birootii ka'aniin qofa osoo hin taane ilmaanuma isaatin illee cabaa fi duubatti deebi'aa ture. Taaddasaan godina Shawaa Kaabaa; Salaale aanan Hidhabuu Abootetti . Kiraabni kuc1,i seenaa namoota beekkamoo Oromoof dhuunfaa fi gareen Siree Madihaanc'aalamii iddoo . jedhamutti abbaasaa Birruu Kennee fi gumaacha taasisanii fi qabsoo inni gaggccsscs kan duubatti mucuceessanii haadhasaa aadde Boontuu Waaqjiraarraa bara 1914 dhalate. ormaui guguran kaasuu seenaa Oromoo ilaala. Mirga ofiin of bulchuuf osoo qabsaa'uu dabarsanii kan isa ken111111is maalif akka ta'e kitaaba kana keessatti Taaddasaan haadha warraasaa aadde Warqaababaa Madihin irraa kaascn xiinxaluuf yaalu. Barreeffama qorannoo seenaa kana keessatti hamman ijoollee; Almaaz (Misraaq) Taaddasaa, Tsahaay Taaddasaa, Ballaxee milkaa'cc odeeffannoo argadhe qofan deemuu danda'e. Boorn nama seenaa Taadasaa, Kaasaa I Taaddasaa, Kaasaa II Taadasaa(guddifannaa), Muusee Taadasaa fi Maartaa Taadasaa horateera. Oromoo qoratuuf garuu hojiin kuni ka 'umsa gaarii ta'a jedheen amana. Harargee Galamsotti aadde Lulce Warqee Diinagdee, Taaddasaadhaf Qabsoon Oromoo takkaa fulduratti deemaa. takkaammoo duubatti sirgigaachaa \\ aan tureef: rakkoo n cimina ture xiinxaluuf mata-duree kitaaba kanaa Darajee Taaddasaa da'uu himti. Ijoollcn Taaddasaa kan aadde Warqaababaarraa dhalatan garuu dubbichi akka sirrii hin ta'in falmu. "Seenaa Gootota Oromoo fi Kaan" jcdhccnira. Hundaafuu ani kana caalaa dubbii maatii keessa seenuu hin barbaadu waan ta' cef; kanumaan irra darbccra. Dubbisa gaarii Muuscc fi Maartaa Taaddasaan bara Faranjootaa Muddee 2017 Raadiyoon Finfinnee waliin turmaata taasisaniin Ameerikaa Waashiingitan akka jiraatan ibsaniiru. Obbo Birruu n weerara Xaaliiyaanii qolachuuf manaa ba 'anii faashistoota fi baandotaan rukutamanii dirree waraanarratti kufan. Haati GI 71 warraasaanis rifaatun ji'oota 3f dhukkubsachaa ega turanii booda Humni poolisii biyyattii gaafagurmaa'u bara 1947 Taaddasaan umriin addunyaa tanarraa boqatan. Taaddasaanis ijoollummaatti abbaa fi isaa 33 ture. Umriisaa kanaanis aangoo Leetnaal Koloneelummaatin haadha malee hafe. Umrii kanattis akka daa'imman kaanii haadha fi leenjisaa poolisii ammayyaa Itiyoophiyaa ta'ee nama muudamuu abbaatti beela fi dheebuu isaa osoo hin himatin guddate. · danda'e ture. Poolisoota daddafee qaqqabaa ykn humna addaa yeroo Taaddasaan faashistoota Salaale qabatan hiriyoota isaa waliin bosona jalqabaatif leenjisee kan ebbisiises Taaddasaa ture. sccnun ba'aa gala dhoorke. Xaaliyaanonnii baandota Salaaletti fayyadamuun Taaddasaafaa to'annoo jala oolchunis hidhaaf Taaddasaan bara 1951 aangoo guutuu koloneelummaa argate. Somaaliiyaatti dabarsanii .· geessan.Ega hidhaa keessatti dararamaa Waggoota 4 booda raawwii hojii barootii hojii isaatti galmeessiseen turaniin booda xumura Waraana Addunyaa Ilffaa irratti gareen Onkololeessa 21,1955 aangoon Birgaadeer Janaraalummaa laatameef. Faashistootaa gaafa injifatamanii baqatan, Taaddasaan loltoota Ingilizii Faashistoota karaa Baha Afrikaatii ari'an keessatti miseensa ta'ee Hojii idilee irratti ramadame; biyyasaa tajaaiiluu ciminaan hanga bara hiriirun dandeettii fi aarii qabuuf isaanitti argisiise. 1959; hamma mana hidhaa galutti gaggeessaan qoodasaa ba'aa turee. lngiliizoonni dandeettii isaa arganis leenjii loltummaa Keeniyaa Hojii mootummaan alatti jijjiirramni barnootan dhufa jedhee kan amanu Mombaasaa dhaqee akka argatuuf isa ergan. Leenjichas gaafa xumuru Taaddasaan pireezdaantii raayyaa qubee (yefidel serawit) biyyoolessaa ajajaa shantamaa ta'uun muudame. ta'uun Oromoon akka baratuuf gumaacha guddaa taasisaa turt;. Taaddasaan Faashistoonni hanga biyyaa baatutti goota lafa qabatee lole Eenyummaan Taaddasaa abbootii taayitaa Haylasillaasee tokko tokko ture. Shaalaqaa ykn kumalaan 3ffaa Itiyoophiyaa gaafa hundeeffamu biratti hin beekkamu ture.Dhalataa Manzees isa se'u ture jedhama. innis miseensa fi ajajaa addiehaa ta'uun Shaalaqaa Baashaa ta'ee Muummicha ministiraa sirnichaa kan ture Akliiluu Haabtawaldis muudame. Amajjii 1934 Shaalaqaa 3ffaa irraa gara Baha Itiyoophiyaa Taaddasaa Birruu mana isaatti yaamee irbaata nyaachaa osoo loltoota adda Harargee jiranitti jijjiirramee itti aanaa ajajaa dhibbaa jiranuu,"Taaddasaa ati ummata hundaan baradhaa baradhaa jetta. ta'ee muudame. Baruma kana Wiirtuu Leenjii Hoolotaa Gannat -Keessattuu Oromoon, akkanattuu akka galaanaa baay'atu.Ummanni secnuunis barnoota loltummaa ega barateen booda hojii hojjechaa ture. Oromoo akka baratu gorsuun gaarii miti. Nuti ummata kana bituuf waggoota 100 nutti fudhateera. Ati isa waggaa 100 abbootin keenya itti Waggoota sadiin booda bara 1937 wiirtichatti deebi'ee barsiisummaan dadhabari guyyoota muraasatti bishaan nyaachisuufi. Yoo baratan tajaajilaas ture. Waggaa lamaan booda bara 1939 birgeedin 4ffaan yoo lammiilen kun nuuf waan hin ajajamneef barnoota dhoorkun ammoo hundeeffamu shaalaqaa 231raa keessatti ajajaa itti aanaa ta'uun ergama gaaffii mirgaa akka hin gaafanne godha. Kanaaf of eeggannoo godhi; loltummaa fudhate. Birgcedii 24ffaa keessattis yeroo baay'ee osoo hin isa baradhaa baradhaa jettu kanas itti yaadi." yoo jedhuun miirri turin aangon meejarummaa kennameef. Waggoota sadii fi ji'oota 8 Taaddasaa Oromoof dhiyoo ture tuqamee madaa'e. booda ammoo birgeedii 3ffaa keessatti itti aanaa bulchiinsaa ta'uunis muudamect ture. Taaddasaan irbaata mana Akliilutti affeerrame dhiisee nan jarjaraan biraa ba'ee deeme.Dubbiin waraana lafa jalaa jibbiinsa 81 91 Oromoorrnmgaggccffamu Taaddasaa teessisuu waan dhoorkef ifaa isaanii ittiin beeksisuuf ture.Kaayyon qabsoo isaanii garuu Oromoo ifatti qabsoo jalqabe. Waldaan Maccaa fi Tuulamaas akka jajjabaatuf bilisa baasuf ture, miseensota Maccaa fi Tuulamaatti fayyadarnuun halkanii guyyaa hojjcchaa ture. ummata bira ga'uun. Gochaan gaarii fi gootummaa isaa gaafa Iccllifarnaa deemu sodaan kan Janaraal Taaddasaa Birruu yeroo sana Baha Oromiyaatti qabsoo guuramc mootummaan Haylasillaascc Taaddasaan akka to'annoo seeraa ialqaban; adda qabsoo lammaffaa jiddugala Oromiyaatti banuuf jala oolee ragaan itti funaannarnu ta' cc raga sobaa tin adabbiin du'aa itti namoota 15 hin caallc of duuba kaasanii ji'a Amajjii keessa bara 1967 munaa 'c. bosona lixa Shawaa seenan. Taaddasaan biyya keessattis ta'e alatti dhagayamtummaa fi beekamtii Maccaafi Tuulamni garee siyaasaa kamiifuu ta'e amantaaf kan hin qaba waan tureef dubbichi dubbii biraa nutti kaasan murtoo hidhaa qoodne ture. Miseensonni waldichaas siyaasa fi amantaan kan hin umrii guututti jijjiiruu akka hidhaan dabarsu itti murteessan.Hidhaadhaa qooddamnc turan. Ogeessi loltummaa jabdichi Lecftinaant Jaagamaa voo uadi lakkifamu namoota uurmccsscc hidhannootti seene. Keclloo, Pircezidaantii Itiyoophiyaa Girmaa Walda Giyoorgiis, Dooktar & ••••• •• •••. Ilaa ta 'uutii duuka buutota hedduu kaayyoo isaa har'a ifa ba'e hubachuu Nagaasoo Gidaadaa, Dooktar Moggaa Firdiisaa, Hayilasillaasce danda'an hamma barbaade horachuu hin dandeenye ture. Waldiyaa, Abbaa biyyaa Abbaa Joobir, Galaasaa Dilboo, Leencoo Lataa fi kanneen biros hundeessitoota waldichaa keessaa warrcn jalqabaa ta'uu~ ni dubbatama. Maqaa waldichaatin gaaddisa tokkummaa jalatti hiriiranis siyaasan garuu dhumarras ta'u jarri tokkummaa yaadaa hin qaban ture. Kanaafis seenaa tokkoon tokkoon isaanii ilaalun ni danda'ama.Ani garuu maxxansa kana keessatti hunda ilaaluu baadhus seenan isaanii agarsiistuu akka ta'uu fi waanan ka'eef akka naaf gabbisu qofan muraasa isaanii keessaa fudhee ilaala. Fuld,u ratti garuu qabsoo Oromoo keessatti hunda ilaalun dirqma ta'a. Jcncraa] Taadda.11111 Birruu/i Ko/011eel Ilari/1111 Raggaasa Waldaan Maccaafi Tuulamaa Oromoon akka wal jaalatee tokkummaan dhaabbatu, seenan isaa akka gabbatu, aadan isaa akka dagaagu fi afaan Suuran kun gaazcxaa Addis Zarnan kan Gurraandhala 1967 isaa akka sirnaan beckamtii argatu cilninaan hojjctccra.Ummanni maxxanfarnc irraa kan fudhatame. Gaazcxichi suuraa gootota kanneenii Oromoo cunqursaa garee biyyattii keessa ture muul'isuun akka kan qabatee ba ·c maqaa isaanii xurcessuf ture. Akka goototiin kanneen cunqursaa sabaatti akka hin fudhatamnccf hojii guddaa Dargiin lafa qonnaan bultootaf hiruu isaa morman fakkeessee qabamuu hojjeteera.Amma ammaatti mallattoon paartilee siyaasaa Oromoo I 10 11 I bakka buuna -jedhanii socho'an marti isaanii, asxaan itti fayyadaman Jeneralli kun Oromoo ta'uusaas waan hin shakkineef baradhaa jechuun Odaa akka ta \m Waldaan Maccaa fi Tuulamaa adda durummaan gaarii akka ta'ee; garuu eenyu barsiisun akka irra jiraatu. Duulli hojjeteera, raayyaa qubee guutuu biyyattii sochii jalqabame ture. Jeneraal Taaddasaa Birruu fi miseensota Waldaa Maccaa fi Tuulamaa ' B/J Taddasaa Birruun akka Waldaa Maccaa fi Tuulamaatti . irratti ragaan maqaa isaanii xureessu sobaan irratti gurrnecffamcc yoo miseensummaan dabalamuuf karaa bal'aa kan banccf dubbii doorsisoo hidharnan inni jalaa miliqee ega harkaa ba' een booda, jalqaba iddoon muummicha ministeera yeroo sanii Akiliiluu Hatewaldi.Sana boodas, itti hidhaman Finfinneetti ture. Itti aansees Galamso Harargeetti miseensummaaf onnee guutun eeyyamamee, dhugaa jirus baasee hidhaan isaa ta' c. miseensota waldichaatti hime.Jecha muummichi ministeera sun jedheen eeruudhaan, "Wuskiin fuuldura kootti buufamee jiru dhiiga natti Qabsoo ummata Oromoo yeroo sanii waliin wal qabatee Waldaan fakkate.Gonkumaa miirakoo to'achuu waan hin dandeenyeef, wuskiin Walgargaarsa Maccaa fi Tuulamaa akka hangafaatti ilaallamuu isaa naaf buufame ammoo ani bar qorichaan fudhachaa jiraam, kanaafuu hin eenyuma jalaa waan dhokatu miti. Waldaan kun yeroof maqaa wal dhugu jechuudhaan dhiiseen bahe." jedhanii akka turaan ni yaadatama. gargaarsaatiin ejjennoo haa jalqabu malee, yeroon booda ejjennoo siyaasummaa qabachuun qabsoo ummata Oromoorratti xiyyeefanno Bara 1966 keessa waldichi akkuma tasaa gara sochii siyaasa ol'aanaatti isaa cimsachaa deemect ture. cee'uu isaatin miseensota lakkoofsan hedduu ta'an horachuu danda'e. Jijji~amni dhufe kunis bu'uurri isaa haasawa dadammaqiinsaa B/J Waldaan Wal Gargaarsa Maccaa fi Tuulamaa yeroo sanatti, sanyiin Taddasaa Birruun taasiseeni. Oromoo ta'anii qondaaltota sirna mootummaa Haylasillaasee keessatti iddoo garagaraa hojjetaniif gaaffii miseensummaa dhiyeessaniif keessaa Haasofni Jeneraalichaa waa'ee muummichi rmmsteeraa , abbootii B/J Taddasaa Birruun isa tokko ture. Jalqabarratti akkuma miseensa taayitaa mootummaa kan turan, loltoota sadarkaa ol' aanaa gahanii fi loltoota Jngilizii keessa jijjiiramee dhufeen, sirni mootummichaa _Oromoo gara dhaabbilee barnoota ol'aanoo galan lakkoofsi isaanii akka dhugumaan ummata Oromoof waan dhaabbate itti fakkatee, yoon hir'atu kan jedhu bakka Jeneraalli kun jirutti wal gahii gaggeeffame miseensa waldaa kanaa ta'e, ilaalchi qooddaa sabaa ummamuu danda'a, irratti-ibsamuu isaas eeraniit turan. jechuudhaan shakkcc akka dide ni dubbatama. Yeroon booda shira abbootiin taayitaa ol'aanoo mootummaa Muummicha ministeera yeroo sanii Akiliil Hatewald, B/J Taddasaa Haylasillaasee qopheessaniin B/J Taddasaa Birruu fi ajajaa dhibbaa Birruu irbaata mana isaatti afferec osoo taphachaa jiraanuu Taaddasaaf Maammoo Mazamir, namoota lakkoofsan 7 ta'an waliin gara mana akeckkachiisni laate yaada isaa akka jijjiiru isa taasise.Birgaadeer hidhaa "Alem Baqqanyitti" darbataman. Xaxoo fi yakka B/J Taddasaa Jeneraal Taddasaa Birruu koree duula qubee waan tureef akka ummanni Birruu fi jaallan isaa hafan ittiin himatamaan, oromoo baratee doofummaa keessaa .bahuuf jattaaffii inni gochaa ture daraan cimaa waan ta' eef muummicha kana sodaachisuun hin hafne. 12 J 13 I Barumsaan kan duubatti hafan sabni Oromoo akka baratu waanan Heera mootumaa diiguudhaau, tokkumaa ummata godheef saba addaan qoodde jedhamee dhimma bu'uura hin qabne; Itoophaa yeroo dheeraa cimee ture kan fashaleessu bolola sobaa oofuudhaan ummata jeequmsaaf kakaastan. Bakka kaniin ani hin hojjetin, har'a jaarraa 20ffaa keessatti yeroo ummanni wal ga'ii hundatti uummata mootummaarratti meeshaa addunyaa hundi sanyiidhan, amantiidhan, gosaan fi saalaan osoo wal waraanaa qabatanii akka kaka'aan Taaddasaan yoo hin qoodin tokkumaa isaanii cimsatanii gara fuulduraatti tarkaanfataa dubbatu, kanneen. hafaan immoo ajajaa fi yaada isaa jiraan kanatti ana irratti yaadni akkanaa dulloomaan kun, ummata irratti walii galaniiru. amma jirus ta'ee.dhaloota dhufu osoo hin gaddisisin kan hin hafne." jechuun qabxiilee kanaa fi kanneen kana fakkatan hedduu Himata Bir. gaadeer .Janaraal Taddasaa Birruu fi .j aallaan hafaan irratti barrcessudhaa gara mana murtii ol'aanaa yeroo sanaatti dhiyeeffateera. qindaa 'eef Jeneraalli kun , callisee ilaalun hin teenye. lyyata,"Bilisummaa ummata tokkoo wantootni guutuu akka ta'u Manni murtii Ol'aanaanis, ragaan qabaan murtii isaa murteesse. Murtiin godhaan baay'ee ta'aan illee, qabxii guddaan garuu seera baheen murtii kunis miila qabsoo ummata Oromoo yeroo sanatti madeessera. B/J madaallamaan wal qixa fayyadamuudha. Carraa koo haa ta 'uu, yookaan Taddasaa Birruu fi Ajajaa dhibbaa .Maammoo Mazamir du'aan akka waanaan sanyiidhaan adda· ta'eef yoo ta'e garuu hin barre. adabamaan, Kanneen hafan ja'an ammo hidhaa cimaa waggota gara garaatiin akka hidhaman irratti murtaa' e. Murtiin obbo Dur Itoophiyaanonni kanneen biroo hanga har'aatti seeraan ajaja Hayilamaaryaam Gammadaa, sababa dhukkubsatani mana yaalaa Girrnaawii mootii mootichaan kennamutti fayyadamaa turan. Anaaf jiraniif bira darbamee yeroon booda akka irratti murteessaan walii waan kun hin fayyadne. Himatamuu fi hidhamuun koos na gaddisisuu galan. irra darbee warreen ana fakkatan illee abdi kan kutachiisudha. Heera mootummaa keeyyata J (a)irratti akka ibsutti muuduu fi angoo irraa Murtii du'aa kan mirkaneessu ykn raggaasisu mootii Haylasillaasee buusuu kan danda'u mootii mootichaa qofa jedha.Seera adabbii waan tureef, kanneen biroo akkuma jirutti mirkaneessee, kan B/J lakk.126 gulantaan kan mulqamu ajaja mana murtitiin jedhee lafa Taddasaa Birruu murtii du'arraa gara hidhaa umri guututti jijjiirame. kaa'a.Kan koo garuu kanaat~ ala aangoo himattota kiyyaatiin qofa Jeneraal fonqolcha mootummaa Hayla Sillaasee irratti Muddee 5 bara gulantaan koo akka waan narraa mulqameetti ummata Itoophiyaaf 1953 gaggeeffame ol' aantummaadhan kan fashaleesse waan. ta' ecf, isa gazexaadhaan ibsame. akka olmaatti lakka 'eetis jedhama. Kunis kan ibsu seerri anaaf kan hin hojjenne ta'uu isaati.Hanga Murtiin Maammoo Mazamir akkuma itti cimetti itti fufee, walakkaa har'aatti qondaaltootni aangoo anaan walfakkatu qaban "Al~m bara 1962 mana hidhaa Finfinneetti argamu "Alem baqqaany" baqqanyitti" l~idhamanii_hin beekan. Anarratti garuu dabni kun narratti jedhamee waammamu keessatti akka fannifamee du'u taasifame. rawwate. "Alem baqqanyittan" hidhamee argama. Daba kanas kabajamoo mana murtitti iyyadheen achitti hidhamuun kee sirridha B/J Taddasaa Birruu erga murtiin hidhaa urnri guututti jijjirameefii gara jedhamee murtiidhaan akkan jiru ni yaadatama. magalaa Hararitti akka ergamee hidhamu taasifame. Baay'ee osoo hin 14 I 15 I

See more

The list of books you might like

Most books are stored in the elastic cloud where traffic is expensive. For this reason, we have a limit on daily download.